Taphoota Waancaa Afrikaa moo’anii darbuun har’a Iyvoorii Koost Gibtsi waliin ni falmatu

Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa moo’anii darbuu har’a galgala sa’atii 1:00 irraa eegalee Iyvoorii Koostii Gibtsi waliin taasiiftu xiyyeeffannaa argateera.

Falmiin Nikoolaas Peeppee fi Mahaammad Saalaa gidduutti taasiifamu si’oominaan eeggamaa jira.

Tapha biroon Maaliin Ikkuwaatooriyaan Giinii waliin sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni falmatu.

Taphoota har’a taphatamaniin booda taphni Nuus Xumuraa Sanbata dhufu ni eegalama.

Haaluma kanaan Sanmbata dhufu sa’aatii 1:00 eegaluun Gaambiyaan Kaameeruun waliin, sa’aatii 4:00 irraa eegalee Burkiinaafaasoon Tuuniziyaa waliin ni taphatu.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment