Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba’aaniiru.
Seeneegaalii fi Giiniin ramaddicharraa gara marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffataniiru.
Halkan kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee taphni Gaaboon Moorookoo, Gaanaan Koomooroos waliin taphatan xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.