Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan taphni har’a Maanchisteer Yuunaayitiid – Biraayitan, Arsenaal – Astoon Viillaa waliin taasiisan ni eegama

Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a Waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee ni tapahatamu.

Taphni har’a Maanchisteer Yuunaayitiid waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Biraayitan waliin taphatuu fi falmiin Arsenaal galgala sa’aatii 1:30 jalqabee Astoon Viillaa waliin taasisu hawwiin eegama.

Har’a waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegalee taphoonni 5 kan taphatamu yoo ta’uu Kiristaal Paalaas – Weest Haam, Fuulhaam – Leesiister Siitii,Maanchister Siitiin -Ipiswich Taawoon,Saawuuz Hampiton – Nootiingahaam Forestii fi Tootenhaam – Eevartan waliin taphatu.

Maddi:- BBC Sport

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment