Taphoota Olompikii 33ffaa Paariis

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Taphoonni Olompikii Paariis 2024 eda ifatti banameera.

Taphoota Olompikii Paariis 2024 kanaaf medaaliyaan warqee 329 qophaa’eera.

Atileetoonni kumni 10 fi 500 ol biyyoota 206 ol irraa walitti dhufan gosoota Ispoortii 32’n dorgomu.

Har’aa eegalee meedaaliyaan kennamuu jalqabaa.

Taphoota Olompikaa hanga ammaatti gaggeeffeen Keeniyaan Afrikaarraa meedaaliyaa113 argachuun adda duree yoo taatu, Afrikaan Kibbaa Meedaaliyaa 89 argachuun 2ffaa, Itiyoophiyaan ammoo meedaaliyaa 58 argachuu sadarkaa 3ffaarratti argamti.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment