Taphoota moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaan Deenmaark Weelsi injifatte

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) –Taphoota moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaa har’a weelsii fi Deenmaark gidduutti gaggeeffameen Deenmaark goolii 4 fi 0n injifatteerti.

Dolberg daqiiqaa27ffaa fi 48ffaarratti goolii 2, Maehle dagiiqaa 88ffaarraattii fi Braithwaite daqiiqaa90’+4 irraatti goolii tokko tokko lakkoofsiisaniin Deenmaark goolii 4 fi 0n moo’achuu dandeesseerti.

Galgala kana Taphni Xaaliyaanii fi Awustiriyaa gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argateera jedhame.

Maddi:- BBC Sport

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment