Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifate

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 1ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar 4 fi 1 injifateera.

Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen gareen Jimmaa Abbaa Jifaar garee bulchiinsa magaalaa Adaamaan 1 fi 4 injifatmeera.

Bunni Ityoophiya fi magaalli Walqixxee 2 qixa xumuraniiru.

Magaalaan Adaamaa liigicha dursuu eegaleera.

Tapha kaleessa gaggeeffameen Sabbataan Dirree Dawaa waliin goolii malee qixa ba’uun isaa kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment