Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Bahaar Daariin injifatame

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Adaamaan Bahaar Daariin injifatameera.
 
Bahaar Daar 2 – 0 Adaamaa
 
Tapha boqonnaa duraan Fitsum Alamuu daqiiqaa 5ffarratti goolii tokko, Baayyee Gazzahaanyi daqiiqaa 35ffaarratti goolii tokko kilaba magaalaa Bahaar Daariif galchaniiru.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
 
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment