Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi har’a gaggeeffamu

Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)- Taphoonni Priimeer Liigii Ingilaandi torbee 6ffaan har’a ni gaggeeffamu.

Har’a Sa’aatii 8:30 irraa eegale taphni Niwuukaastiil Yuunaayitiid Maanchiister Siitii waliin taphatamu ni eeggama.

Sa’aatii 11:00 irra eegale Arseenaal -Leestar Siitii, Bireentfoordi –Westhaam Yuunaayitiid, Cheelsii- Biraayitaan, Eevartan -Kiristaal Paalaas waliin,akkasumas Noootiingihaam Foorest- Fuulhaam waliin ni taphatu .

Galgala sa’aatii 1:30 tti immoo Woolviis -Liveerpuul ni keessummeessa.

Comments (0)
Add Comment