Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan haqaman

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Boqochuu Mootiittii Ingiliz Eelzaabeet 2ffaa hordofee taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan yeroo biraatti darbe.

Taphoon Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan boru waaree boodaa eegalee taphatamuuf ture sababa boqochuu Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaan yeroo biroof darbuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa biyyattii beeksiseera.

Federeeshinichi taphoonni torbee 7ffaa yoom akka gaggeeffaman fuulduratti kan beeksiisu t’uu ibseera.

Iddoosaa Abdiitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment