Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegaluun ni taphatamu.

Saa’aatii 8:30 eegalee Saawuzhaamtoon Maanchiisteer Yuunaayitiid ni keessummeessa.

Sa’aatii 11:00 irraa eegalee taphoonni 5 yeroo walfakkaatuutti kan gaggeeffamu yoo ta’uu, Taphni Cheelsii fi Leesiister Siitiin waliin taasiisan xiyyeeffannoo argateera.

Taphni sa’aatii 11:00 irraa eegalee Liiver Puul fi Boornimaawuz,Maanchiister Siitii fi Kiristaal Paalaas gidduutti gaggeeffamus xiyyeeffannoon ni eegama.

Galgala sa’aatii 1:30 irraa eegalee Arsenaal dirree isaarratti Fuulhaam ni keessummeessa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment