Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’aa fi boru ni taphatamu.

Taphni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Maanchiisteera Siitii fi Baayern Muunik gidduutti taphatamu akkaan eegama.

Beenifikaanis sa’aatuma walfakkaatuutti Intar Miilaan waliin ni falmata.

Boru ammoo Riiyaal Maadriid Cheelsii, AC miilaan Naappoolii waliin falmiin taasiisan xiyyeeffannoo argateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment