Taphni xumuraa Eelkilaasikoo har’a Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffama

Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Eelkilaasikoo Waancaa Suppar Kaappii Ispeeniin falmiin har’a Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin Saa’ud Arabiyaatti taasisu ni eegama.

Kilaboonni lamaan har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Kiing Abdullaahiitti morkiin taasisan ni eegama.

Tapha Eelkilaasikoo Laaligaa marsaa jalqabaa bara kanaan Baarseloonaan galchii 4 fi 0n Riyaal Maadriid injifachuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment