Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a Moorookoo fi Faransaay waliin falmatu

Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a taphni Moorookoo fi Faransaay gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.

Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee bakka buutuun Ardii Afrikaa Moorokoon, bara 2018 shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa kan turte Faransaay waliin morkii cimaa taasiftiin eegama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment