Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa Haanagaarii fi Poorchuugaala gidduutti gaggeeffeen Poorchuugaala goolii 3 fi 0n Haangaarii injifatteerti.
Taphoonni biyyoota ramaddii ‘F’ jalatti ramadamanii galgala kana sa’aatii 1:00 irraa eegalee gaggeeffamaa jira.
Tapha sa’aatii 1:00 irraa jalqabee Haangaarii fi Poorchuugaal gidduutti gaggeeffameen Geurreiroon daqiiqaa 84ffaarraatti goolii 1, taphataa cimaan Addunyaa Kiristiyaanoo Roonaaldoon daqiiqaa 87ffaa fi 92ffaarraatti goolii 2 galcheen Poorchuugaal goolii 3 fi 0n injiffatteerti.
Ramadduma kana keessa kan jiran Faransaayii fi Jarman sa’aatii 4:00 irraa eegaluun morkiin taasiisan si’oominaan eeggamaa jira.
Maddi:-BBC Sport
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.