Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo’atanii darbuu galgala kana Giinii fi Gaambiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Gaambiyaan xumurameera.
Goolii Barroow daqiiqaa 71ffaarratti galcheen Gaamiyaan goolii 1 fi 0n Giinii injifatteerti.
Biyyi ummata xiqqoo Afrikaa Gaambiyaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatteerti.
Taphni daqiiqaa muraasa booda qopheessituu taphichaa Kaameeruun Koomooroos waliin falmatti ni eeggama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.