Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan 22ffaan har’a taphoonni 4 waaree boodaa eegalee ni taphatamu.
Waaree booda sa’aatii 7:00 irraa eeagalee Tuuniziyaan Awustiraaliyaa waliin, sa’aatii 10:00 irraa jalqabee Poolaandi Saa’uud Arabiyaa waliin ni taphatu.
Akkasumas galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee Faransaay Deenmaarki waliin, Sa’aatii 4:00 irratti ammoo Arjentiinaan Meeksiikoo waliin taphatu.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.