Tapha Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate.
Hadiyyaa Hoosa’iinaan 2 fi 1 Walaayittaa Diichaa injifateera.
Tapha marsaa duraan Charinatti Gugsaan daqiiqaa 5ffaarratti Walaayittaa Diichaaf goolii tokko galcheera.
Daawwaa Hutteessan daqiiqaa 60ffaarratti, Duulaa Mulaatuu daqiiqaa 79ffarratti Hadiyyaa Hoosaa’iinaaf goolii tokko tokko galchaniiru.
Liigicha gareen bulchiinsa Adaamaa qabxii 3 fi goolii 3 dursaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment