Talaalliin dhibee Gifiraa sadarkaa biyyaalessaatti Muddee 13, 2015 irraa eegalee laatamuufi

Finfinnee, Mudde 3, 2015 (FBC) – Talaalliin dhibee Gifiraa sadarkaa biyyaalessaatti Muddee 13, 2015 irraa eegalee daa’immaan umrii waggaa gadiif laatamuufi jehdame.

Tajaajilli Dhiyeessa Qorichaalee Ityoophiyaa Ministeera Fayyaa waliin ta’uun qoricha talaallii dhibee Gifiraa raabsuu Qabiinsa Kuufama Qorichaatti waamamaan Bulchiinsa qoricha talaallii Obbo Habtaamuu Alamaayyoon ibsaniiru.

Talaallichi guutuu biyyattiitti kan laatamu yoo ta’uu daa’imman miiliyoona 16 fi kuma dhibba 2 fi kuma 98 oliif ni kennama jedhame.

Maatiin daa’immaan umrii waggaa 5 fi isaa gadii akka talaalchaisan waamichi dhiyaachuu ragaan Tajaajila Dhiyeessa Qorichaalee Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment