Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.

Tajaajilichi ibsa baaseen,bara 2016tti qormaatilee keessatti bu’aaleen hedduu galmaa’uu ibseera.
Barri 2016 milkaa’inoonni gurguddoon kan itti argame ta’uus eereera.

Tajaajiichi bara haaraa 2017tti bu’uura cimaarraa dhaabbachuun raawwii olaanaa galmeessisuuf karoora qabaachuu ibseera .

Barri haaraan Itiyaaphiyaanoota maraf kan jaalalaa, Nagaa, Gammachuu fi badhaadhinaa akka ta’uu haawwii gaarii qabus ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment