Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 56 taasisuuf waada gale

Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 56 taasisuuf waada galeera.

Dhaabbatichi kana duraa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 5 taasisuun isaa ni yaadatama.

Hojjettoonni dhaabbatichaa raayyaa ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment