Tajaajilichi bara baajataa darbe Galii Birrii biiliyoona 43 argachuu beeksise

Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa bara baajataa darbe keessa Galii Birrii biiliyoona 43 argachuu beeksiseera.

Bara baajataa 2016 keessa maamiltoota haaraa kuma 427 horachuun danda’amuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Tajaajilichaa Shifarraa Taliilaan himaniiru.

Maddoota galii adda addaarraa galiin Birrii biiliyoonni 42 ol argamuu eeraniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Comments (0)
Add Comment