Tajaajila Fayyaa bu’a qabeessa kan taasisu tajaajilli waraqaa eenyummaa biyyaalessaa hojiirra oole

Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Kenniinsa tajaajila Fayyaa saffisaa fi bu’aa qabeessa kan taasisu tajaajilli warqaa eenyummaa biyyaalessaa hojiirra ooluu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministeerri fayyaa Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa waliin ta’uun tajaajilicha ilaalchisuun ibsa kenneera.

Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan waraqaan eenyummaa biyyaalessaa dijitaalawaan, kenniinsa tajaajila damee fayyaa fooyyessuuf kan tumsu ta’uu ibsuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment