Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Taanzaaniyaatti Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 47 yoo darbuu, namoota 85 irra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsame.
Kaaba Taanzaaniyaatti Rooba cimaa roobe hordofee sigiga lafaa mudateen manneen 100 ol barbadaa’uus ‘Tanzania Times fi AFPn’ gabaasaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.