Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Mootummaan Swiidiin tarsiimoo eegumsa fayyaa sirna hormaataaf kan oolu deeggarsa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 50 ol raggaasiseera.
Mootummaan Swiidiin biyyoota Afrikaatti bara Faranjoota 2022 hanga 2026 kan hojiirra ooluu eegumsi fayyaa sirna hormaataa fi miidhaa korniyaa ittisuuf tarsiimoo haaraa karoorseera.
Kanaanis mootummaan biyyatti waliinga’insa tarsimichaa fi hojiiwwan damichaan hojjetamaniif deeggarsichaa raggaasisuu ibsameera.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.