Sukkaarrii fi ashaboon karaa seeraan alaa kuufamee ture kuntaalli kumni 5 fi 626 to’atame

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Godina Walloo Kibbaa aanaa Qaalluutti sukkaarrii fi ashaboon karaa seeraan alaa kuufamee ture kuntaalli kumni 5 fi 626 to’atamuu Waajjirri Daldalaa fi Misooma Gabaa aanichaa beeksise.
Itti gaafatamaan waajjiricha obbo Saayid Imaam akka ibsanitti, sukaarrii fi ashaboon to’atamee kaleessa eeruun uumataatinidha.
Dhimmichaan walqabsiisee nmaoota dhuunfa to’annaa jala oolchuuf qaamoleen nageenya hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment