Sudaan sababa walitti bu’insaan labsii yeroo aarifachiisaa labsite

Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Sudaan sababa walitti bu’insaa gosaan labsii yeroo aarifachiisaa labsiteetti.

Biyyattin iddoowwan sababa walitti bu’insoota gosaan miidhamanitti labsii yeroo muddamaa labsuurraa darbitee galgala yeroo malee akka hin deemne dhorkiteetti.

Walitti bu’insi kun magaalaa Sudaan naannawaa buufata qarqara galaanaa tokko tokkootti mudachuutu himame.

Sudaanitti garee walmorkan gidduutti walitti bu’insi gosaa kan baratame yoo ta’u, muraasni itti fayyadaminsa qabeenya uumamaa waliin kan walqabatu ta’uunis ni himama.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment