Sirni mallattoo waliigaltee dhaabbata teeleekoom haaraa Ityoophaatti bobba’uu gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Sirni mallattoo waliigaltee dhaabbata teeleekoom haaraa Ityoophaatti bobba’uu gaggeeffameera.
Sirnicharratti Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan rgamaniiru.
Waligaltichi eeyyamaa hojii laachuudha.
Mallattichaa gama Ityoophiyaatin daayreektarrii olaanaa Abbaa Taayitaa Kominikeeshinii Ityoophiyaa Injinaar Baalchaa Reebaa fi tumsa idil addunyan Ityoophiyaaf kan hundeessaan bakka buutoota dhaabbilee Safaarii Koom, Voodaavoon, Koodaakoomii fi Suumiitoomoo waliin mallateessaniiru.
Alaazaar Taaddasaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment