Sirni Irreeffannaa Hora Harsadee gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Abbootiin Gadaa eebbisuun Sirna Irreeffannaa raawwataniiru.

Abbootiin Gadaa Sirna mijuu eebbisuu ergaa raawwataniin booda weeddisaa gara malkaa imaluun malkaa qaqqabaniiru.

Yeroo ammaas Malkaa Irreeffannaa eebbisuun sirna irreeffannaa raawwataniiru.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment