Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa obbo Girmaa Yeshiixilaa dilbata dhufu magaalaa Finfinneetti kan raawwatu ta’uu Koreen sirna awwaalchaa ibse.
Sirni awwaalcha isaanii bu’uura fedhiifi gaaffii maatiisaaniin bakka dhaloota isaanii godina Shawaa Kaabaa Mahaal Meedaatti kan raawwatu ta’uu ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.