Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Gameessa Qabsoo Jaal Galaasaa Dilboo raawwatamaa jira.
Reeffi isaanii mana jireenya isaanii naannoo CMC jedhamu irraa gara Bataskaana Kaatediraalii Qulqulluu Silaaseetti gaggeeffamaa jira.
Daagimaawwi Deeksisaatu gabaase
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.