Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraa magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffameera.

Sirna gaggeessaa reeffa isaa kanarratti maatiifi firoottan, hoggantoonni olaanoon mootummaa, artistoonni beekamooniifi dinqisiifattoonni isaa argamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment