Sirni daawwannaa muuxannoo odeeffannoo fayyaa hawaasaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti gaggeeffama jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Sirni daawwannaa muuxannoo odeeffannoo fayyaa hawaasaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti gaggeeffama jira.

 

Sirni daawwannaa muuxannoo odeeffannoo fayyaa hawaasaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti gaggeeffama jira.

 

Sirnicharratti Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Ministirri Deettaa Ministira Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa dabalaatee hooggantoonni hojii olaanoo federaalaa fi naannoo argamnaiiru.

 

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Comments (0)
Add Comment