Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa badhaasichaan dameewwan muuziqaa 12’n ulaagaa badhaasichaa guutuun Aartistootaa fi ogeeyyii damichaa injifataniif badhaasni ni kennama jedhameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.