Sirni awwalcha Obbo Girmaa Yeshiixilaa raawwate

Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Sirni awwalcha Obbo Girmaa Yeshiixilaa bakka dhaloota isaaniitti raawwateera.

Sirni awwaalcha isaaniirratti maatiifi firri, waahellan hojii akkasumas hoggantoonni hojii mootummaa federaalaafi naannoo argamaniiru.

Sirna awwaalcha isaanii bakka dhaloota isaanii Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Mahaal Meedaatti raawwateera.

Obbo Girmaan Fulbaana 2014 irraa eegalee hanga gaafa lubbuun isaanii darbee Eebla 19, 2015tti Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Amaaraa ta’uun tajaajilaniiru.

Obbo Girmaan Abbaa isaanii obbo Yeshiixilaa Waldatsaadiqiifi haadha isaanii aadde Zawdee Simanyi irraa bara 1967 godina Shawaa Kaabaa aanaa Geeraa Midir magaalaa Mahaal Meedaatti dhalatan.

Obbo Girmaan bultii kan dhaabbatan; abbaa ijoollee dubaraa 3 fi dhiiraa 4 turan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment