Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa weellisaa buleessi Alamaayyoo Isheetee Kibtaxa Qaammee 2, 2013 kan raawwatuu ta’uu koreen sirna awwaalchaa beeksiseera.
Sirni awwaalchaa artiistichaa Kaateediraalii Sillaasee Qiddiist Maanbaaraa Tsaabaa’ootitti ni raawwatamaa jedhameera.
Gaggeessaan reeffa artiistichaa addabaabbaay Masqalaatti kan raawwatamu ta’uu ibsameera.
Artiist Alamaayyoo Isheetee Hagayya 27, 2013 dhibee onneetiin umrisaa waggaa 80 du’aan addunyaa kanaarra boqachuun isaa ni yaadatama.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.