Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Looreetii Addunyaa Dooktar Xibabaa Yamana Birhaan Mana Amanataa Kiristaanaa Kaatediraalaa Sillaasetti raawwatameera.
Sirnicha awwaalchaa kanarratti mana maree federeeshinii, mana maree bakka bu’oota ummataa, waajjira muummee ministiraa dabalatee dhaabbilee mootummaa olaanoon heduun argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.