Sirni awwaalchaa Dooktara kabajaa Aagaa Xeenxanoo Muddee 16,2015 raawwatama

Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) – Sirni awwaalchaa Yuuba Gadaa Gujii Dooktara kabajaa Aagaa Xeenxanoo Muddee 16 ,2015 kan raawwatamu ta’uu ibsame.

Sirni gaggeessaa reeffa isaanii Mudde 16 ,2015 Istaadiyoomii Magaalaa Adoolaattii bakka hoggantoonni olaanoo Fedeeraala fi Naannoo,Abbootiin gadaa , hawaasni Oromoo fi sabaaf sablammoonni argamaniti ni raawwatama.

Sirni awwaalchaa immoo magaalaa Shakkisootti kan raawwatamu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Gujiirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment