Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Sirni Awwaalchaa Artisti Zarihuun Wadaajoo Finfinnee Bataskaana Sillasee Kaateediraalitti gaggeeffame.
Sirnicharratti maatiin, qondaaltonni mootummaa, artistoonnii fi namoonni bebbeekamoon, dinqisiifattoonni fi kanneen biroon argamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.