Sirni awwaalcha barreessaa fi taatoo gargaaraa proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa raawwatame

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha barreessaa fi taatoo gargaaraa proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa Mana amantaa Kaateedraalii Qulqulluu Silaaseetti raawwatameera.

Gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa kitaabotaa adda addaa kan barreessaan yoo ta’uu, fiilmiwwanii fi diraamaa garaagaraa keessatti taatoon hirmaataniiru.

Har’a ganama mana Tiyaatira Biyyaalesaatti sirni gaggeessaa raawwatameera.

Gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa Harargeetti bara 1929 kan dhalataan yoo ta’u, umrii waggaa 84ffaa isaaniitti du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment