Sirni aangoo fudhachuu Pireezidaantii naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) –Sirni aangoo fudhachuu Pireezidaantii naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaa Magaalaa Bahirdaaritti gaggeeffamaa jira.

Pireezidaantoonni naannolee hundaa, aanga’oonni mootummaa Federaalaa fi qondaaltoonni waraanaa Raayyaa Ittisa biyyaa sirnicharratti argamaniiru.

Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Ariifachiisaa kaleessa gaggeesseen Obbo Araggaa Kabbaddaa Pireezidaantii naannichaa taadiusuun muuduun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment