Sirna demookraasii mirkaneessuuf olaantummaan seeraa kabajamuu qaba -MM Dooktar Abiy

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Sirna demookraasii heera mootummaarratti hundaa’eetti ce’uuf olaantummaa seeraa kabachiisuun kan itti fufu ta’uu Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
 
Dooktar Abiy Ityoophiyaan gara demookraasii heera mootummaarratti hundaa’etti ce’umsa milkaa’aa akka gootu olaantummaan seeraa kabajamuu qaba jedhan.
 
Adeemsa demookraasii eegalame taatota siyaasaa naamusa hin qabnerraa baraaruuf tarkaanfiiwwan seera kabchiisuu barbaachisaa ta’an fudhachuun itti fufa jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment