Simpooziyamiin “Masalaa” gaggeeffama jira

Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Jijiirraa bara haaraa Ummata Kanbaataa “Masalaa” ilaalchisuun Simpooziyamiin Aadaa fi Qorannoo gaggeeffamaa jira.

Simpooziyamicharratti, barreeffamni qorannoo mata duree “Masalaa fi Tokkummaa” jedhu dhiyaatee marii bal’aan irratti gaggeeffameera.

Ayyaanni “Masalaa” sirna hoo’aan boru kabajama.

Xilaahuun Yilmaa fi Jamaal Kadirootu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment