Simannaan Ityoophiyaanoota gara biyyaa dhufaniif qophiiwwan duraa xumuramaa jiru-Dr Hiruut

Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Biiroon Aadaafi Tuuriizimii Finfinnee Lammiilee Ityoophiyaa ayyaana Qilleef dhufaaniif simannaa irraa jalaqabee qophiileen hawatoo ta’an ni jiraatu jedheera.

Hoogantuun Biirichaa Dooktar Hiruut Kaasawu akka jedhanitti, hawaasni diyaaspoora dhugaa Ityoophiyaa addunyaaf beeksisuuf hojii isaan hojjetaa jiran guddaa ta’u himaniiru.

Jirattoonni magaalittis keessumoota dhufaan aadaa Ityoophiyaan akka simaachuu qabanis Dooktar Hiruut dhaamaniiru.

Qorumsaa nu mudate akkuma waliin damdamannee hunda tokkummaa biyyaa keenya itti fufsiisuun keessummota dhufaan simaachuuf qophiin xumuramaa jiraachuus himaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment