Sirni Abaaboo kaa’uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) –Sirni Abaaboo kaa’uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee Mana Kiristiyaanaa qulqulluu Yooseefitti eebbifameera.
Siidaan Kumalaa Maammoo Waldee diiggame ture irra deebiin hojjetamuun har’a eebbifameera.
Siidaa gooticha Kumalaa Abbabaa Biqilaa irra ammoo sirni Abaaboo kaa’uu gaggeeffameera.
Sirni eebba Siidichaa fi abaaboo kaa’uu kun bakka komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Eeliyaas Shikurii dabalatee hoggantoonni olaanoon Federeeshinii Atleetiksii, Koree Olompikii Ityoophiyaa fi maatiwwan isaanii argamanitti raawwateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment