Siidaan gootittii Olompikii Addunyaa Atileet Xuruneesh Dibaabaa ijaarramaa ture eebbifame

Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) –Sidaan hojii gootittii atileetiksii Atileet Xuruneesh Dibaabaa Arsiirraa hanga Addunyaa calaqqisiisu bulchiinsa magaalaa Asallaatti ijaaramee eebbifameera.

Sagantaa eebbaa kana irratti keesummoonni kajabaa manneen hojii mootummaa naannoo fi federaalaa argamaniiru.

Gootota seenaa Atileetiksii Ityoophiyaa Addunyaatti labsan keessaa tokko kan taate Atileet Xuruneesh Dibaabaa fiigicha meetira kuma kudhaniin yeroo garaagaraa meedaaliyaa warqee argamsiisuun injifannoo hedduu biyyaaf galmeessite keessaa ashaaraa addaa ittin yaadatamtu keessaa tokkodha.

Iddoosaa Abdiitiin

Suuraan OBN irraa

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment