Siidaan Artist Alii Birraa Magaalaa Adaamaatti ijaarame eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Siidaan Dooktara Kabajaa Artist Alii Birraa Magalaaa Adaamaatti ijaarame eebbifameera.

Sirna eebbichaarratti Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee fi Haadha Warraa Artist Alii Birraa Aadde Ilillii Birraa argamuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment