Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Shii Jiinpiing Pireezidaantii Rippaabilikaa Uummata Chaayinaa ta’uun irra deebiin filatamuu ibsame.
Shii Jiinpiing biyyattii hogganuu dabalataan Dura Taa’aa Komishinii Loltummaa Giddugaleessaa ta’uun kan hojjetan ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Embaasii Chaayinaarraa argame ni mul’isa.
Shii Jiinpiing Yaa’ii Biyyalessaa Uummataa 14ffaa guyyaa kaleessaa irraa eegalee gaggeeffamaa jirurratti sagalee guutuun filatamuu ibsaniiru.
#Oromiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.