Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Finfinnee galan

Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Finfinnee galaniiru.

Pireezidaanti Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Wayita buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin simatamaniiru.

Hariiroon biyyoota lamaanii mul’ata walkabajuu fi guddina waloorratti kan hundaa’e ta’uu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Misoomaa waaraa itti fufsiisuuf tumsa keenya cimsinee itti fufna jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment