Shawaa Kaabaatti harka qalleeyyii kuma 10 fi 600 oliif deeggarsi taasiifame

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaalee fi magaalota godinichaa keessatti Ayyaana bara haaraa sabaabeefachuun harka qaleeyyii kuma 10 fi 617f deeggarsi miidhaan nyaataa fi uffataalee garaagaraa taasifamuu ibsameera.
 
Namoota harka qalleeyyii kanneeniif deeggarsi Birrii miiliyoona 12 fi kuma dhibba 1 olitti tilmaamamu taasiifamuu Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa obbo Indaashawu Birahaanuu himaniiru.
 
Obbo Indaashawu abbootii qabeenyaa fi qaamolee deeggarsa kan taasiisan galateeffataniiru.
 
Barattoota harka qalleeyyi ta’aniif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasiifamuu OBN gabaaseera.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment