Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa karaa seeraan alaa sharafanii fi kuusan 23 to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Namoonni kunneen Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Qiirqoos aanaa 7 naannawaa Hospitaalaa Gaandii, aanaa 2 naannawaa Shawaa Daabbootti Birrii miiliyoona 3 olii fi maallaqoota biyyoota garaagaraa waliin to’atamuu ibseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.